Pirezidant Doonaald Tiraamp waraana Iraan dhaabuuf mariin "amma" gaggeeffamaa jiraachuu himuun, "namoota" US waliin dubbachaa jiru "akka malee aliigalteerra gahuu barbaadu" jedhe.