ABO'n waggoota 30 oliin booda filannootti deebi'uun siyaasa biyyattiif maal akeeka?

Wait 5 sec.

Filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa Waxabajjii dhufu gaggeeffamurratti paartilee siyaasaa sadarkaa biyyaalessatti dorgomuuf dhiyaatan keessaa tokko Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)dha.