Netaaniyaahuun waraanni Iraan harki walakkaa ol milkaa'uu himuun, yoom akka xumuramu garuu hin ibsu jedhe

Wait 5 sec.

Ministiirri Muummee Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu "waraanni Iraan yoom akka xumuramu hin ibsu" jechuun waranichi harki walakkaa ol milkaa'uu dubbate.