Hogganaan Peentaagoon Piit Hegseet dhimma waraana Iraan ilaalchisee Kongiree UStti dhiyaachuun sa'aatii jaha kan ta'uuf seera baastota Dimokiratotaa wajjin falmii gaggeessan.