Shuulaa Koheen: Basaastuu Israa'el waggootaaf gola icciitii Libaanos onsaa turte

Wait 5 sec.

Maqaanshee guutuun Shulaamiit Kishiik Koheen jedhama. Garuu kan ittiin beekamtu maqaa Shuulaa Koheen jedhuuni. Bara 1940oota keessa magaalaa Beeruut keessatti namni Shuulaa Koheen hin beekne muraasa.