Finfinnee, Hagayya 24, 2017 (FMC) – Manni Barumsaa loltummaa bu’uuraa Birsholoqoo loltoota leenjisaa ture marsaa 42ffaaf eebbisiiseera.Itiyoophiyaan Raayyaa Ittisaa namuusaan durfamu dandeettii waraanaa olaanaa qabu ijaaruu Raayyaa Ittisaatti Itti Gaafatamaan Qajeelchaa Barnootaa fi Leenii Leetanaal Jeneraal Yimar Makonniin sirnicharratti ibsaniiru.Raayyaa Ittisaa ilaalcha Paartii kamuurraa bilisa ta’e ummataa fi biyya tajaajiluu fi amansiisaa ijaaruun danda’amuu ibsan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.