Abbaas Araagchii: Namni dippilomaasii Iraan harkaa qaban kun eenyudha?

Wait 5 sec.

Ministiirri dhimma alaa Iraan Abbaas Araagchii qondaalota Iraan muraasa haleellaa US-Israa'el gaggeessan irraa lubbuun hafan keessaa tokko yoo ta'an, yeroo ammaa dippilomaasii Iraan isaantu harkaa qaban jedhamaa jira.