Hanga Iraan ‘waliigaltee qabatamaan’hojiirra oolchitutti humnoonni US achuma turajedhe Tiraamp

Wait 5 sec.

Pirezidantiin Ameerikaa Donaald Tiraamp hanga Iraan hamma ''waliigaltee dhukaasa dhaabuu qabatamaa ta'en'' waliigaltutti waraanni US ajaja qofa akka eeggatu dubbatan.