Humni galaanaa US dooniiwwan karaa Ulaa Hormuuz seenuuf ykn ba’uuf Yaalan kamiyyu ni dhorka -Tiraamp

Wait 5 sec.

Pirezidant Doonaald Tiraamp Humni Galaanaa US dooniiwwan karaa Ulaa Hormuuz seenuufi ba’uu Yaalan kamiyyu ni dhorku jedhe.