Ameerikaan kaayyoo waraana Iraanitti bantee galmaa'an ga'atteettii?

Wait 5 sec.

Torbanoota jalqabaa Ameerikaafi Israa'el Iraan irratti waraana bananirraa kaasee waajirri waraanaa Peentaagoon adeemsa waraana kanaa ilaalchisuun yaadota gara garaa dhiyeessaa tureera.