Iraan waggoota shaniif gabbisa nikularaa guutummaan dhaabuuf yaada dhiyeessitus US diduu gabaasaalen ibsan

Wait 5 sec.

Iraan waggoota shaniif gabbisa yuraaniyeemii akka dhaabdu yaada dhiyeessitus US waggoota 20 ta'uu qaba jechuun diddde.