Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Irreechaa bara 2018 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa isaaniin, baga Ayyaana Irreechaa guyyaa galateeffannaan nagaan geessan jedhaniiru.Ayyaanichi kan gammachuu, badhaadhinaafi kan eebbaa akka ta’us hawwaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.