Jilli US mariif Paakistaanitti imalaa jiraatus Iraan mariin kallattii karoorfame hin jiru jette

Wait 5 sec.

Waayit Haawus marii nagaaf Istiiv Witkof fi Yaareed Kushinar gara Paakistaan erguu ibse, Iraan garuu ministirri dhimma alaa qondaalota Paakistaan waliin akka mari'atan qofa ibsite.