Shakkamaan dhukaasa bane Tiraamp fi aanga’ootasaarratti xiyyeeffachuun ‘hin oolu’ -Abbaa Alangaa Waliigalaa

Wait 5 sec.

Dhukaasa irbaata gaazexeessitoota Waayit Hawusirratti gaggeeffameen Doonaald Tiraamp irratti xiyyeeffatamuun “hin oolu” akka bakka bu’aan abbaa alangaa waliigalaa US jedhutti.