Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa'elifi Libaanos torban sadiin dheerachuu Tiraamp ibse

Wait 5 sec.

Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa'elifi Libaanos torban sadiif akka dheeratu waliigalteerra gahamuu ibsuun, Iraan waliin waliigalteerra gahuuf waanti nu sardu hin jiru jedhe.