Saayikilii oofuun dubartoota kanneendoofummaa keessaa baasee, jireenya isaanii akkamiin jijjiire?

Wait 5 sec.

Saayikilii oofuun dubartootni hojii guyyaa guyyaa isaaniif fayyadeera. Bishaan waraabbachuu fi ijoollee isaanii mana barnootan gahuuf fayyade.