Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatii Ramadaanaa sababeeffachuun har’a maatii baqattoota waliin sagantaa Afxaraa gaggeessaniiru.Har’a galgala akkuma barame qalbii Ramadaanaatiin maatii baqattootaa Burundii, Rippabiliika Dimokraarawaa Koongoo, Soomaaliyaa, Afgaanistaan, Ertiraa, Yamaniifi Sudaanii dhufan waliin ifxaaraaf maaddiitti dhiyaanneerra jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.