Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa Mahaammad

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jedhan MinistirriAdwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa – Injinar Ayishaa MahaammadFinfinnee, Guraandhala 23, 2018 (FMC) –Adwaan mallattoo gootummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad.Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti sagantaalee addaan kabajamaa jira.Raayyaan Ittisaa nageenya ummataa fi biyyaa waaressuurraa darbee birmadummaa biyyaaf wareegama kaffalaa jira jedhan Injinar Ayishaa Mahaammad ergaa saganticharratti dabarsaniin.Injifannoon Adwaa mallattoo gootummaa, namuusaa, tokkummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jechuun ibsan.Wayita ayyaanicha kabajnu wareegama abbootii keenyarra dhaabbachuun seenaa haaraa hojjechuuf murannoo qabaachuu mirkaneessuni jedhan.Injifannoon Adwaa Itiyoophiyaanota qofa osoo hin taane ummata gurraachaa maraaf asxaa bilisummaa kan ta’eedha jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad.Guyyaan Injifannoo Adwaa waggaa 130ffaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Birbirsa Goorootti sagantaalee addaan kabajamaa jira.Raayyaan Ittisaa nageenya ummataa fi biyyaa waaressuurraa darbee birmadummaa biyyaaf wareegama kaffalaa jira jedhan Injinar Ayishaa Mahaammad ergaa saganticharratti dabarsaniin.Injifannoon Adwaa mallattoo gootummaa, namuusaa, tokkummaa fi cichoominaa ta’ee itti fufa jechuun ibsan.Wayita ayyaanicha kabajnu wareegama abbootii keenyarra dhaabbachuun seenaa haaraa hojjechuuf murannoo qabaachuu mirkaneessuni jedhan.Injifannoon Adwaa Itiyoophiyaanota qofa osoo hin taane ummata gurraachaa maraaf asxaa bilisummaa kan ta’eedha jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.