Israa’el haleellaa haaraa Iraan irratti bante, US loltoota ishee haleellaa Iraaniin ajjeefaman adda baaste

Wait 5 sec.

Israa'el haleellaa haaraa walirraa hin cinne Iraan irratti gaggeessaa jirachuu himte. Kun erga haleellaa haaraa "mooraa hoggantootaa" Iraani irratti akka gaggeessite beeksisteen boodadha.