Dorgommii Atleetiksii Finfinnee Giraand Prii Fiigicha Meetira 3,000 Guufachiisaa Dhiiraatiin Gamachuu Godaanaa Injifate

Wait 5 sec.

Finfinnee, Eebla 10, 2018 (FMC) – Dorgommii atleetiksii Finfinnee Giraand Prii fiigicha meetira 3,000 guufachiisaa dhiiraatiin atleet Gamachuu Godaanaa tokkoffaa ba’uun xumureera.Atleetichi fageenya kana xumuruuf daqiiqaa 8:35.83 akka itti fudhate ragaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa irraa argame ni agarsiisa.Atileet Jamaal Jawaaroo daqiiqaa 8:35.33n 2ffaa, atileet Isaa Abdoo ammoo daqiiqaa 8:47.09′ 3ffaa ba’uun xumuruunis gabaafameera.#Oromia #Ethiopia