Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatuGuyyaa sa’aatii 9:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatuTaphoota liigichaa guyyaa kaleessaa taphatamaniin Magaalaan Shaggar Magaalaa Baahir Daar galchii 2 fi 0’n, Walaayittaa Diichaan Midragannat Shiree galchii 1 fi 0’n yoo injifatan Itiyoo-Elektirikii fi Itiyoo-Madin 1 qixa bahuun ni yaadatama.#Oromia #Ethiopia