Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate.Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan Hawaasaa fi Hadiyyaa Hoosaa’inaan Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaatti ni taphatu.Sa’aatii 10:00 irraa eegalee ammoo Magaalaan Adaamaa fi Midra Gannat Shireen Istaadiyeemii Finfinneetti wal morkatu.Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee Bunni Sidaamaafi Magaalaan Shaggar ni taphatu.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.