“Hayyuun Eenyu?

Wait 5 sec.

Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan turan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad mata duree “ Gahee Hayyootaa Badhaadhina Biyyaalessaaf” jedhuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru.Hoggantoonni akkaadaamiifi hoggantoonni olaanoon mootummaa bakka argamanitti ibsichi kennamaa jira.Sagantaan guyyaa har’aa kun xumuraa ibsawwaniifi sagantaa hundeeffama waggaa 75ffaa Yuuniivarsiitichaa ilaalchisee torbanoota darbaniif gaggeeffamaa tureeti.#PMOEthiopia