Arsenaal 4 – 1 Astoon Viilaa

Wait 5 sec.

Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 19ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa isaa cimsate.Arsenaal galchii 4 fi 1’n Astoon Viilaa injifateera.Taphoota biroon Niwuukaasiil galchii 3 fi 1’n Barnileey, Eevartan galchii 2 fi 0’n Nootingahaam Forest yoo injifatan, Maanchiister Yuunaayiitiid Woolviis waliin galchii 1 qixa, Cheelsiin Boornimaawuuz waliin galchii 2 qixa, akkasuma Weest Haam Biraayitan waliin galchii 2 qixa bahaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.