Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Taphoota ramaddii xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaan Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifachuun tapha moo’atanii darbuuf gahuu mirkaneeffatan.Aljeeriyaan galchii 3 fi 1’n Ikkuwaatoriyaa Giinii yoo injifattu, Burkiinaa Faasoon ammoo galchii 2 fi 0’n Sudaan injifatte.Halkan sa’aatii 4:00 eegalee Gaaboon Kootidivowaar, Moozaambiik ammoo Kaameeruun waliin morkiin taasisan ni eegama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.