Harargeetti dubartii soddaasheerratti falfala hojjetterratti murteen darbe

Wait 5 sec.

'Himatamtuun 'Abbaan manaakee akka sirratti hinfuune, waan ati jette hunda akka siif raawwatuuf' jechuun abbaa warraa intalasheerratti falfala hojjette' adabamuu Abbaan Alangaa hime.