Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa biyyaa baqatee amma namoota beekamoo Ameerikaa wal'aanu

Wait 5 sec.

Maqaan isaanii Dr. Nasraddiin Ibraahim Hamiid jedhamu. Dhalatanii kan Guddatan Magaala Harar Jegol keessatti. Isaan Ogummaadhaan Ispeeshaalistii yaala keessooti.