Finfinnee , Onkoloolessa 2, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RFDI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Maahimmud waliin mari’ataniiru.Dooktar Abiy ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin, har’a pirezidaantii Rippabiliika Federaalawaa Somaaliyaa waliin mari’anneerra jedhan.Maree isaaniinis dhimmoota gamlamee fi naannawaa irratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.#Ethiopia #Oromia