Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) – Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 14 haaraa muudamanii masaraa biyyaalessaatti simatan. Pirezidaanti Taayyeef xalayaa muudamaa isaanii kan dhiyeessan ambaasaaddaroota biyyoota Moritaaniyaa, Kaazaakistaan, Vaatikaan, Baangilaadish, Liigii Arabaa, Indoneezyiyaa,Sarbiyaa, Iswiidin, Kanaadaa, Siwiizerlaandi, Ijiipti, Haaangaarii, Saanmaariinoo fi Turkiimistaan dha.Ministira Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos dabalatee hoggantoonni olaanoo biroon sirnicha irratti argamaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.