Finfinnee, Onkololeessa 2, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha ramaddii xumuraa gulaallii Waancaa Addunya gita Burkiinaa Faasoo waliin ni taphata.Waaliyaawwan har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee morkiin gaggeessan ni eegama.Itiyoophiyaan qabxii 9 walitti qabachuun sadarkaa 5ffaarraatti kan argamtu yoo ta’uu, Burkiinaa Faasoon qabxii 18 walitti qabachuun sadarkaa 2ffaarra jirti.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.