Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa gaggeesse ifoome

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018 (FMC) – Bu’aan caalbaasii sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoome.Baankoonni 31 caalbaasicharratti hirmaataniiru.Haaluma kanaan gatiin giddugaleessaa Doolaara Ameerikaa tokkoo Birrii 148. 1007 ta’uun galmaa’uun ibsame.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.