'Masriin nageenya bishaanshee eeguuf tarkaanfii barbaachisaa ta'e ni fudhatti' - Pireezidaanti Al-Siisii

Wait 5 sec.

Pireezidaantiin Masrii Abdel Fattaah Al-Siisii ​​akka jedhanitti, Masriin Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa laga Abbayyaa irratti ijaaramee fi eebbifame ilaalchisee, dantaa biyyaalessaa fi nageenya bishaanii ishee eegsisuuf tarkaanfii barbaachisaa ta'e hunda ni fudhatti jedhan