Dorgommii Kubbaa Miilaa Barattootaa Paan Afrikaan Itiyoophiyaan xumuraaf dabarte

Wait 5 sec.

Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Dorgommii Kubbaa Miilaa Barattoota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Paan Afrikaa Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti gaggeeffamaa jiruun gareen dhiirootaa xumuraaf darbaniiru.Ramaddii dhiirootaa kanaan Itiyoophiyaan Burundii injifachuun tapha waancaaf dabarte.Taphni idilee galchii malee xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Itiyoophiyaan galchii14 fi 13’n Burundii injifachuun xumuraaf dabarte.Ramaddii dubartootaan ammoo waancaaf darbuuf Ugaandaa waliin falmiin daqiiqaa muraasa booda taasisan ni eegama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.