Filannoo 7ffaa: Guyyoota ijoo, yaaddoo paartilee, dhimma TPLF fi deebii Boordii

Wait 5 sec.

Filannoon Itoophiyaa marsaa 7ffaan paartileen mormituu gamanumaa yaaddoo isaanii irratti kaasaa jiran ALI Caamsaa 24, 2018 akka adeemsifamu Boordiin Filannoo beeksise.