Diinota Itoophiyaa akka injiraan mataa tokko tokkoon harcaaafna - MM Abiy

Wait 5 sec.

MM Abiy lammiileen Itoophiyaa tokkummaa, nageenya, akkasumas fedha biyyaalessaa biyyattiif wal faana akka dhaabbatan ''adaraa'' jechuun ergaa dhaamaniiru.