Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-

Wait 5 sec.

Namoota 60 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhibichi homaarrattuu hin argamne.Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.Kan dhibicharraa dandamates hin jiru.Waliigalaan hanga ammaatti namoota kuma 1 fi 676 qorannoon laabraatoorii taasifamee namoota 13 irratti dhibichi argameera.Kanneen keessaa namoonni 8 lubbuun darbaniiru.Namoonni 4 dhibicharraa yoo dandamatan, namni 1 yaalarratti argama.#Oromia#EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.