Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC)- Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Ruwaandaa goolii 2 fi 0 injifatteerti.Daawwit Kaasaa fi Huuzayifaa Shaafii Itiyoophiyaaf goolii tokko tokko galchaniiru.Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaa umrii waggaa 17 gadii guyyaa sa’aatii 7:00 irratti taphatameen Somaaliyaafi Sudaan Kibbaa goolii 2 fi 2 qixa bahaniiru.Sa’aatii 11:00 irratti Taanzaaniyaan Sudaan waliin akkasumas sa’aatii 12:00 irratti Burundiin Yugaandaa waliin ni taphatu.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.