Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Morkii cimaan torbee 11ffaa olaantummaa Maanchiister Siitiin xumurame.Maanchiister Siitiin galchii 3 fi 0’n Liiverpuul injifachuun sadarkaa isaa gara 2ffaatti fooyyeffate.Arsenaal qabxii 26’n liigichi yoo dursu, Siitiin qabxii 22’n sadarkaa 2ffaa fi Cheelsiin qabxii 20’n sadarkaa 3ffaa qabataniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.