Finfinnee, Onkoloolessa 30, 2018 (FMC) –Ayyaanni Irreechaa Hora Haddiyaa Magaalaa Naqamteetti kabajameera.Kabaja Ayyaanicharratti Walitti Qaban Abbootii Gadaa Oromiyaa Warqinaa Tarreessa, Abbaan Gadaa Wayyuu Leeqaa Asfawuu Kabaddaa, Abbootiin Gadaa Godinaalee garaagaraa, Hadhooliin sinqee, Qeerroo fi Qarrewwan argamaniiru.Ayyaannichi karaa dudhaa fi aadaa isaa eggateen kabajamuun ibsameera. Galaanaa Tasfaatu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.