Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa Liqaa IMF waliin gitintiraa jiran

Wait 5 sec.

Dhabbanni Mallaqaa Addunyaa (IMF) tibbana biyyoota maallaqa guddaa liqeeffatanii fi kanfaluun irra ture utuu hin kanfaliin jiru jedhe jalqaba baatii Sadaasa kanatti ifoomsera.Dhabbatichi lakkoofsi biyyoota liqaa dabalataa dhabbatichaa gaafatan dabaluu fi gariin isaanii liqaa duraanuu irra ture silaa kan kanfaluu qaban hin kaffalle heddu ta'uu tarreessera.