Itoophiyaan kora idil-addunyaa guddicha qopheessuusheetiin maal buufatti?

Wait 5 sec.

Itoophiyaan kora jijjiirma haala qilleensaa dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UN) COP32 bara 2027 akka qopheessituuf filatamteetti. Itoophiyaan ulaagaa qophii guddaa kana qopheessuuf barbaachisan guutuun deeggarsa biyyoota Afrikaarraa d argatteen Naajeeriyaa mo'achuun hiree kanaaf qaqqabde.