Finfinnee, Sadaasa 5, 2018 (FMC) – Tapha Gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa Bahaa fi Giddugaleessaa umrii waggaa 17 gadii Itiyoophiyaan Ruwaandaa waliin taphattu Faanaa Plus kallattiin tamsaasa.Taphichi guyyaa boruu sa’aatii 10:00 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatama.Tapha Waancaa Seekaafaa qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamu kanarratti biyyoonni Bahaa fi Giddugalessa Afrikaa 10 ni hirmaatu.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.