''Osoo adda hin kutiin ''humnaan ulaa galaanaa walaba tahe argachuu fi 'humna waraanaa Galaana Diimaa irratti ijaaruu qabna' jedhanii dubbii summaa'aa labsuun walabummaa Eertiraaf arrabadha'' jechuun Yemaanee G/Masqal fuula X irratti maxxansan.