Biyyoonni akka Itoophiyaatti mirga ulaa galaanaa gaafatan, kan itti milkaa'an jiruu?

Wait 5 sec.

Itoophiyaan biyya jalqabaa fi qofaa gaaffii ulaa galaana argachuuf biyyoota ollaa galaana daangessan gaafatte miti. Biyyootni hedduun gaafii walfakaataa dhiyeessaniiruu, kan ammas dhiyeessuu itti fufan jiru.Kan Itoophiyaa kan biyyoota kaanirraa adda taasisu garuu, gaaffii abbummaa ulaa galaanaa isheeraa fudhatame ture deebifachuu fi humna waraanaa achirratti ijaaruu barbaaduu isheeti.