Finfinnee, Sadaasa 6, 2018 (FMC) – Fooramiin Magaalota Itiyoophiyaa 10ffaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti gaggeeffamaa jira.Fooramichi mata duree “Guddina Magaalotaa Olka’insa Itiyoophiyaaf! jedhuun gaggeeffamaa jira.Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faarahi fi Pireezidaantii Naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoonni olaanoon Mootummaa Federaalaa, naannolee fi qooda fudhattoonni biroon fooramicharratti hirmaachaa jiru.Beezaawiit Kabbadaatiin#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.