Leenjiin hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaaf kennamaa ture xumurame

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Leenjiin hoggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaaf magaalaa Finfinnee fi Adaamaatti kennamaa ture xumurame.Leenjichi mata duree ‘Ilaallama mootummaa ida’amuu, guddina dameewwaniitiif’ jedhuun Onkololeessa 19 – 30, 2018tti dhimmoota adda addaarratti kennamaa ture.Leenjichi har’a bakka Pireezidaantiin paartichaa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti qajeelfama hojii kennuun xumuramuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faarah ibsaniiru.Hoggantoonni guutuu biyyattiirraa walitti babba’an kumni 2 ol leenjicha fudhachaa turuu eeran.#Oromia#EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FMC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.