Aanga'oonni AwurooppaaZeleniskii dabaaluun gara Waayit Haawus imaluu maaf barbaadan?

Wait 5 sec.

Ministirri Muummee UK Keeyir Istaarmar fi dureewwan Awurooppaa kaan Zeleniskii waliin gara Waashingitan DC akka imalan ibsaniiru.