Artiist Dabbabaa Isheetuun boqote

Wait 5 sec.

Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) – Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun dadhabbii Addunyaa kanarraa du’aan boqote.Artiist Dabbabaan dhibee isa mudateen yaalamaa tureen har’a addunyaa kanarraa du’aan boqochuu Ministir Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Piroofesar Nabiyyuu Baayyeen Faanaa Diijitaalitti himaniiru.Artiistii buleessi kun ogaartii Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaa nama taasisaniidha.Yuunivarsiitiin Finfinnee Dooktareetii Kabajaa laachuufiin kan yaadatamuudha.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.