Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan.Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud Yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaachuuf Finfinnee galuun ni yaadatama.Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan hariiroo Seenaa, Aadaa fi walitti hidhamiinsa Dippiloomaasii hedduu qabaachuu eeran Dooktar Abiy.Hariiroo kanneen caalmaatti cimsuuf hojiilee eeggalle itti fufna jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.