Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godinaalee Shawaa Kaabaafi Shawaa Kibba Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.Duulli kun Aanaalee Godina Shawaa Kaabaa hunda keessatti kutaalee hawaasaa garaagaraa hirmaachisuun gaggeeffamaa jira.Haaluma walfakkaatuun duulli kun Godina ShawaaKibba Lixaa Aanaalee hunda keessatti hawaasa hirmaachisuun gaggeeffamaa jira.Godinichatti duula kanaan biqiltuuwwan miiliyoona 8 fi kuma 400 dhaabuuf hojjetamaa jira.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.